Usar o APKPure APP
Obter o APK da versão antiga de Macaafa Qulqulluu para Android
Os Livros do Antigo e do Novo Testamento em Afan Oromo
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Com 120 boodas, bara digital (Digital Age), você pode conferir 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (dispositivo móvel) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Desenvolvido por Waktola Merdassa
Amajji, 2020
Last updated on Feb 9, 2020
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Requer Android
4.0
Categoria
Relatório
Macaafa Qulqulluu
1.0.4 by Robsan Mako
Feb 9, 2020
$2.49