از برنامه APKPure استفاده کنید
نسخه قدیمی APK Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 را برای اندروید بگیرید
Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20
Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii، dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (آفلاین) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.
♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ احمدنوریل هدیا
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ خاخام Sa'alNaaka
لاا شاریکا لاهو
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ سالی وصالیم علاa نبیئی
Ham حمدعلی اللهی ذاتی
♪ Filatamaa Taanee
♪ اشرفال مرسالیینا
♪ منبعی رحمتی
ah Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim
Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. الحمدلله dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.
1. Nashiidaa ture (قدیمی) jalatti ramadne kuni جلد. 1 hanga 20 keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (جدید) jalatti ramadne kuni immoo جلد. 21 hanga 33 of keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 of keessatti kan qabateedha.
Last updated on 26/10/2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
بارگذاری شده توسط
Md Roni Ah
نیاز به اندروید
Android 4.4+
دسته بندی
گزارش
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
8.0 by K Technologies
26/10/2023