Hiibboo Deebii Waliin


7.0 โดย K Technologies
Oct 24, 2023 เวอร์ชั่นเก่า

เกี่ยวกับ Hiibboo Deebii Waliin

Hiibboo Deebii sirrii waliin (ปริศนาพร้อมคำตอบ)

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

ข้อมูล แอป เพิ่มเติม

เวอร์ชันล่าสุด

7.0

อัปโหลดโดย

นฤพล สาโดด

ต้องใช้ Android

Android 4.4+

Available on

รายงาน

ปักธงว่าไม่เหมาะสม

แสดงเพิ่มเติม

Hiibboo Deebii Waliin ทางเลือก

ต้องการแอปอื่นจาก K Technologies

ค้นพบ