下載 APKPure App
可在安卓獲取Arkaana iimaanaa (Utubaalee)的歷史版本
Arkaana ykn Utubaalee iimaanaa jahan
Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna。 Garuu ma'anaa (hiika) isa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda'aa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche,jireenya gammachuu fi mi'aawa jiraata。 Sababni isaas,namni mi'aa iimaanaa argate,jireenya tasgabboofte jiraataa。 Mi’aa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree?
Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) bal'inaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra。 Rabbiin warra irraa baratee wal bariisuu isin haa taasisuu。
Last updated on 2024年05月02日
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Arkaana iimaanaa (Utubaalee)
7.0 by K Technologies
2024年05月02日